Jaallaboota 11:17 - KITAABA WAAQA17 Duuba nama gara hayyu Edomu ergani, si kad'anna, lafa tante keesa nu dabarsi jed'ani. Ammo hayyuuni Edomu sunini worra jala dide. Worri hayyu Moabule kad'annaani innileeni dide. Tanaafi worri Israeli Kadeshumati hafe. Gade chapit la |