Jaallaboota 11:13 - KITAABA WAAQA13 Hayyuuni Amoni waan worra Yefthani erge sunini jed'e, Gaafa worri Israeli lafa Misiri keesaa bahe, worri lafa tiyya haga galaana Arnoniti fuud'e galaana Yabokitifi ka Yordaniti d'aabe fud'ate. Amma lafa suni nagayaani nuu deebisa. Gade chapit la |