Jaallaboota 10:9 - KITAABA WAAQA9 Worri gosa Amoni, galaana Yordanile taake, gosa Yudatifi ta Benjaminitifi ta Efraimule had'ani. Kara kanaani worri Israeli guddo gargala argate. Gade chapit la |
Samuelini waan Sauloni jed'e, Atini maanifi na gaargalchite ch'iisu na d'owarte na yaamta? Sauloni waan jed'eeni, Gaargala guddati harkaa na qaba, worri Filisti na had'u jira Waaqi ya na lakise. Inni amma yayu raagafi oobjuleeni nani dubbachu dide. Tanaafi si yaame aka atini waan anini tahuu male nati himtu.