Jaallaboota 10:18 - KITAABA WAAQA18 Achiti biyyafi worri gugurdaani ka gosa Israeli walgaafatani waan jed'ani yo nu worra Amoni haanu eenuti abba duula nu taha? Ka had'iisa kana keesaa abba duula tahu, gudda nama Gileadi keesa jiru ch'ufa taha. Gade chapit la |