Jaallaboota 10:16 - KITAABA WAAQA16 Duuba worri waaqoota worra gosa d'ibi kaani gadi gate, AABBO Waaqa ch'alla kad'atani. Inni duuba gaargala worra Israeli arginaani obsu dad'abe. Gade chapit la |
Asani waan Azariani, ilmi odedi, fage d'agaye jennaani garaa jabaate. Inni Waaqa d'ara, ka harkaani mid'aasani, lafa Yudatifi ta Benjamini keesati kad'atanifi Waaqa d'ibi, dira inni boojie, ka lafa Efraimu ta gaareenile ch'ufa, balleese. Ammalle inni waan sorio irati baasani, ka d'aatu Mana Waaqa, ka qara ch'ach'abe, mid'aase.