Jaallaboota 1:6 - KITAABA WAAQA6 Ammo inni baqate jennaani worri isa reebe, qabe quba hagicho ka harkatifi ka miilale ch'ufa iraa ch'ire. Gade chapit la |
Tanaafi wonti amma AABBO Waaqi jed'u tana: Isani yayu seera kiyya ch'absitani; isani nama gosa teesani balchuma kennuufi diddani. Hayye hataatu, aninileeni balchooma isanii kenna: balchoomi kunini ka woraanafi beelafi d'ukubaani isani hobaasu. Gochiti lafa keesa jirtu ch'ufti, yo waan anini isani tolchu agartu, irifati.