Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 1:3 - KITAABA WAAQA

3 Worri gosa Yuda waan worra gosa Simeonitini jed'e, Lafa nuu kennaniti woliini nu yaasa, nu worra gosa Kanaani wolumaani haana. Duuba eege nu lafa isanii kennani woliini d'anna. Jennaani gochiti Simeonitifi

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 1:3
7 Referans Kwoze  

Yoabuni waan Abishaini jed'e, Yo worri Shamu na dabsata garte, kooti naa kalchi, ammo yo worri Amoni si dabsate aninileeni d'ufe sii kalcha.


Worri Yuda worra Simeoni woliini yae, worra gosa Kanaani, ka dira Sefathi keesa tau, dabsate abaare balleese dira suni maqa Horma baaseefi.


Lafti lameeso ta namaa qoodani ta gosa Simeoni, worra isaani gula. Lafti worra lafa gosa Yudati kennani keesa jirti.


Ammalle garaachoofte ilma d'ibi deete waan jette, AABBO Waaqi ya aka na jibbani arge ilmaani d'ibile naa kenne; tanaafi maqa isaa Simeoni baafte.


AABBO Waaqi waan jed'eeni, Gochiti Yuda ha qara d'at'uti, anini yayu harka worrati lafa suni kenne.


ta Yuda duula woliini iti d'aabate. AABBO Waaqi worra gosa Kanaanitiifi ka Perizi harka worrati kenne worri nama kuma kud'ani Bezekiti dabsate.


gochiti Simeoni kunki kud'ani lamaati; gochiti Lawi kunki kud'ani lamaati; gochiti Isakari kunki kud'ani lamaati;


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite