14 Guyya fuud'a, Othnielini isi sobate abba isi oobru na kad'ad'i jed'eeni, isiini harre ufi iraa buute, jennaani Kalebuni waan isiini feetu gaafate.
Isiini waan jetteeni, Anini madda bisaani fed'a. Lafti atini naa kennite lafa gamooji ta bisaani inqamne. Jennaani Kalebuni madda bisaani ta jalatifi ta gubbale kenneefi.