Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Isaya 7:9 - KITAABA WAAQA

9 Worri Israelii worra Samariaa ira injiru, worri Samariaa hayyu Peka ira injiru. Yo d'ugefachaani tante irre inqamne atini jabeennaani inteetu.

Gade chapit la Kopi




Isaya 7:9
18 Referans Kwoze  

Nami tokoleeni, d'ugefacha male, dandae Waaqa ingammachiisu. Nami Waaqati d'ufu, aka Waaqi jiruufi aka Waaqi worra isa barbaadu eebisu d'ugefachu male.


Tunini d'uga. Maro worri ind'ugefatiiniifi ch'ach'absani, ammo isani fulla teesani maro d'ugefattaniifi keesa teetani. Waan kanaafi ufi inguddisiina, ammo sodaad'a.


Boriyyaate ganama biyyiti kaate gara lafa aloo, ta d'aatu Tekoa, d'at'e. Ato worri yau, Yehoshefathini waan worraani jed'e, Gumi Yudatifi ta Yerusalemu, na ch'aqasa! AABBO Waaqa keesani abdad'a, duuba nami isani chochoosu injiru. Waan raagooti isaa isaniti himtu d'ugeefad'a, indabsattani.


Nami Ilma Waaqa d'ugefatu ch'ufti d'uga tana garaa ufi keesa qaba; ammo nami Waaqa ind'ugefanne ya Waaqa kiyyiba tolche, maro inni waan Waaqi waan Ilma isaa d'ugeese d'ugefachu dideefi.


Tanaafi, d'iiro, garaa jabaad'a! Anini ya Waaqa d'ugefad'e, aka wonti nati himani kuni taatu.


Ammo guddaani askarti waan Pauloni jed'eeni dide, waan gudda hobolotiifi abbaani hobolo jed'eeni gula deeme.


Ganna shantami lameeso ka Uziani hayyu Yuda tahe, Pekani, ilmi Remalia, hayyu Israeli tahe, ganna diddama Samaria keesa lafa mohate.


Tanaafi amma tana akuma okhayafi buuyooni godduuni ibida keesati gubatu, akasuma hiddi keesani shame, daraaraani keesani goge bubbeeni fud'atti, waan isani, waan AABBO guddaani, Waaqi Israelii, qulqullooni nu barsiise, diddaniifi.


Duuba waan jettuuni, Eegad'i, irifatiini, yokhaani sodaate imudamiini. Dallansuuni hayyu Resiniitifi worra isaa ka Shamutifi hayyu Pekaleeni, aara mukha lama iraa bahu ira injirtu.


Ammalle AABBO Waaqi Ahazini dubbate waan jed'eeni:


Ato gurbaani guddate aabboofi aayyo jechu imbaratini, waan worri Damaski horateefi waan Samaria keesa boojiani ch'ufa hayyichi Ashuru d'ufe fud'ata.


Nama Israeli keesa jiru ch'ufafi nami Samaria keesa tauleeni aka inni waan suni tolche imbeekha. Worri ufi saade kiyyibe waan jed'u,


Azaria, ilma Hoshayatifi Yohanaani, ilma Kereatifi jari kikiyyibaani kaanileeni ch'ufti, Atini d'ara dubbachuu jirta naani jed'e. AABBO Waaqi keenna si nuti inergine, inni lafa Misiriti ingodaanina injenne.


Wonti woni kunini ch'ufti taatuufi, maro wollaala Yakobotiifi ch'ubbu worra Israeliti. Wollaala Yakobo eentu d'ufeeni? Worra Samariatiniti? Ch'ubbu worra Yuda eentu d'ufeeni? Worra Yerusalemutiniti?


Worri lafa Efraimu ke tau ya bade! Guddinni worraa, akuma daraara mata jaarole worraa ira kayani ta Farso d'udde machoofte baddu, baduu jira. Mata worraa d'ad'a urgaa dibani ammo worri achi machiini hobae ufumaa ch'iisa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite