Isaya 66:2 - KITAABA WAAQA2 Nami lafafi gubba uume anumaniti? Nami anini iraa gammadu, nama ufi diqeese ch'ubbu lakise, na sodaate naa saalfatu. Gade chapit la |
Isani worri AABBO Waaqa saalfate isa sodaatu, waan inni jed'u ch'aqasa: Waan isani nama kiyya taatanifi, nami keesani ka gari isani jibbe, isani hanqata. Worri isani goyeese waan jed'u, AABBO Waaqi ha guddinna ufi isani agarsiise isani baasu, aka nu akasiini gammada keesani agarru. Ammo worruma akasi jed'u suni ch'eersani!