Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Isaya 53:2 - KITAABA WAAQA

2 Inni AABBO Waaqa durati akuma mukha late, hiddi isaa lafa goddu keesati bahu jira. Inni guddinnaafi mid'aaguma nu isani millannu inqabu, wonti nami millate isaani jaalatu tokoleeni injirtu.

Gade chapit la Kopi




Isaya 53:2
22 Referans Kwoze  

Nami hedduuni isa arge mame afaani qabata. Fuuli isaa aka iraa gore namale infakaatu.


D'alooti Yese hunda mukha murani fakaata; ammo akuma dameeni latte hunda suni iraa baatu, akasuma hayyuuni d'aloota isa keesa d'alata.


Kunini ogeesa mukhatiiniti, ilma Mariamu, oboleesa Yakobotiifi Yosafi Yudafi Simoniiniti? Oboleyaani isaa ta dubra arma nu woliini injirtu? jed'ani, isa didani.


AABBO Waaqi waan jed'u, Guyyaani ind'ufa, ka anini d'aloota Daudi keesa nama d'uga toko fohad'e hayyu tolchu. Hayyichi sunini kara dansaani nama fidde, waan d'ugaatifi ka qajeela lafa ch'ufa keesati tolcha.


Yesoni waan jed'eeni, Eliyaani d'uguma qara d'ufa aka waan ch'ufa mid'aasu. Ammo t'aafi keesati maafi Ilma Nama tuffatani guddo gaargalchu malani jed'ani?


Waan seeri maro laafinna nafatiifi tolchu dad'abe, Waaqi ya tolche. Inni daba nafa nama keesa jiru wollaala iti mure, Ilma ufi erge, ka nafa namatiini d'ufe sorio daba balleesitu tahe.


worra gugurda d'ibile, ka inni aka worra daba tolchu gaargalche worra waan dansa tolchu saaduufi ergele guuta.


Jennaani Yesoni, ka woya diimtufi sure qoraati qabu, alati gadi bahe. Pilatoni waan worraani jed'e, Nama kana ilaala!


Worri ammalle gohe waan jed'e, Isaaniti, ammo Baraba nu hiikhi. (Barabani suni shifta.)


Yesoni waan isaani jed'e, Geedalti boola qabdi, simpirreeni gubbaleeni mana qabdi, ammo Ilmi Nama fulla mata ufi keyatu inqabu.


Duuba waan jettuuni, AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Namichi Dame jed'ani sunini aka dansaa fulla jiru suniiti late bahe Mana AABBO Waaqaa jaara.


Isiini ilma angafa deete, woya daimati uyifte, waan mana keessuma keesaa fulla d'abaniifi, gombo keesa rafifte.


Guyyaani ind'ufa, ka AABBO Waaqi dame lafa keesa jirtu ch'ufa guddise mid'aadu tolchu. Nami Israelii ch'ufti, ka hafe, mid'aani lafti sunini baaftu iraa gammade, kiyyibaani.


Daimi ya nuu d'alate! Ilma ya nuu kennani! Isati hayyu keenna taha. Maqaani isaani yaamani: Abba mala dansaa, Waaqa Guddaya, Abba jiru jireenna, Hayyu Nagaya.


Duuba Yoshua, qaallicha gudda ch'aqasi, ammalle qaalole wahela isaa isanileeni ch'aqasa, isani akheekha dansa milki ka d'ufu: anini hojattu tiyya ta Dame jed'aniini d'ufa!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite