Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Isaya 50:4 - KITAABA WAAQA

4 AABBO Waaqi guddaani yayu araba na qajeelche, aka anini nama dad'abi qabu dubbi t'iyaani jabeesu. Diirama ch'ufa inni na kaase, aka anini waan inni na barsiisu fed'u ch'aqasu.

Gade chapit la Kopi




Isaya 50:4
31 Referans Kwoze  

anati afaanifi qalbi isanii kenna, ta nyaapi keesani tokoleeni dandae morkeeni intufanne.


Jennaani AABBO Waaqi harka d'eerefate, afaani na tuqe waan nani jed'e, me ilaali, anini dubbi afaani keesa si kaya.


Dubbini akuma isi malte gula dubbatani akuma waan worqi iraa mid'aasani, qarsiini barreesani ch'okhani jirti.


Dubbini qajeeltuni ta fulluma isiini malteefiti dubbatani akami dansa!


Anini ganama lafaa kae qarqaarsa si kad'ad'a, wonti anini abdad'u dubbi teeti.


Diirama ch'ufa jaalala tante ta ind'umanne na qaabsisi wonti akanatiifi abdiini tiyya siuma. Anini si kad'ad'a kara anini deemu na garsiisi.


Atini ganama qonqo tiyya d'ageeta; hojja biiftuuni baatu anini si kad'ad'e qonqo sira eegad'a.


Nami ch'ufti ka isa ch'aqase mame, maro dubbi dansa ta afaani isaa keesaa baateefi maadefate, waan jed'ani, Kunini ilma Yusufutiniti?


lafa ufi d'aqe, Mana Waaqa iti kad'atani keesati nama barsiise. Nami isa ch'aqase ch'ufti maadefate waan jed'e, Namichi kunini qalbi tanaafi humna waan mama kanaani tolchu eesaa argate?


Nati koota, nami dad'abefi ka baa ulfo baatu anini isani boqachiisa.


Nami tokoleeni deebisu dad'abe, haga guyya suniti asi, nami tokoleeni woma isa gaafachu sodaate.


Askartiini taani waan jetteeni, Nami tokoleeni ka aka isaa dubbatu injiru. Farisayooni waan jetteeni,


Atini nama ch'ufa ira mid'aada; dubbini teetileeni qajeeltu. Haguma duriti Waaqi ya si eebise.


Ee AABBO Waaqa, anini si yaamad'a, na qarqaari! Diirama ch'ufa si kad'ad'a.


Yaadoni nama ijeefti, ammo dubbini dansaani nama gammachiifti.


Isani jari kiyya seera Waaqi nati kenne jabeesa qorqorad'a,


Worri waan kiyya gungume waan jed'u, Nami kunini eenu barsiisu fed'a akana taha isi? Eenuti dubbi isaa tana jalaa qaba? Ijoolleeni didiqooni d'io harma iraa d'owanileeni dubbi isaa tana jalaa inqabdi?


Gaargali suni hojja ch'ufa galgalaafi diirama isani illakisu, guyya ch'ufa isanumati d'ufa. Dubbini hareetiini Waaqa iraa d'uftu ch'ufti mudamsu hareeti d'ibiini isaniti d'ufti!


Gaafasi ballaani lafa arge, duudani wo d'agaye.


Inni laafafi dad'aba jabeesa.


Isani keesaa nami AABBO Waaqa sodaate dubbi hojatu isaa saalfatu, ka ifsa male dukanaani deemu, ka maqa AABBO Waaqa abdate, Waaqa ufi d'aabbatu eenu?


Anumati ilmaani tante barsiise nagayafi hormaata kenneefi.


Anini nama dad'abi qabu hafuura baase, nama beelti ijeefte sagale quubsa.


AABBO Waaqi waan jed'u, Diirama ch'ufa elemo ganna toko ka aabo womatu inqamne, ha gubani AABBO Waaqaa baasaniti; waan kana ha guyya ch'ufa baasaniti.


Duuba AABBO Waaqi waan naani jed'e, wonti worri jed'e d'uga.


Tanaafi anini raaga aka kanketi worruma keesaa worraa baasa: anini waan inni jed'u ch'ufa iti hime, duuba inni waan anini isani jed'e biyyati hima.


Dubbini tante nama gufate kibde nama laafe jabeesite.


tanaafi anini waan jed'e, Anini kunooti; waan atini nati himu feetu ch'ufa ya kitaaba Seera keesati t'aafani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite