3 Anini dandae gubba dukaneese akuma nama nama due bohu tolcha.
Jennaani anini Ilme Hoola ta beesisa jaeeso ch'absitu arge. Lafti guddo chochoote, aduuni aka hagogo guratofte, jii aka d'iiga diimate;
Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Harka kanke Waaqati olqabi, duuba dukanti sipeeni ta nami taka inargini lafa Misiri ch'ufa sipi tolchite duuchiti.
Guyya gudda haga saa sagali lafti ch'ufti dukanoofte.
Urjini ch'ufti ifsu lakifte, aduuleeni hojja gabaatu dukanoofte, jiileeni ifsu dida.
Lafti boote, gubbaleeni dukanoofti. AABBO Waaqi ya jed'e, dubbi ufi gara ingalchu; inni ya buufate, ufi ira indeebiu.
lafale millate, ammo gaargalaafi dukana nama mudamsiiftu, ta worra iti gussani male, woma inargu. Karaani worri gaargala kana dura baqate bahuuni injiru.