Ato inni dubbatu, dumansi adiini toko worrati golle, qonqooni dumansa keesa waan jette, Kunini Ilma kiyya ka anini jaalad'u, ka na gammachiisu, dubbi isaa ch'aqasa jette.
AABBO Waaqi guddaani yayu araba na qajeelche, aka anini nama dad'abi qabu dubbi t'iyaani jabeesu. Diirama ch'ufa inni na kaase, aka anini waan inni na barsiisu fed'u ch'aqasu.