Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Isaya 47:5 - KITAABA WAAQA

5 AABBO Waaqi waan Babilonini jed'u, Dukana keesati ch'allisi tai; deebiani hayyiti lafa ch'ufa siini injed'ani!

Gade chapit la Kopi




Isaya 47:5
25 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi Mana ufii qulqullo keesa jira: nami lafa keesa jiru ch'ufti ha isa durati ch'allisuti.


Atini haga jirtu ch'ufa waan hayyiti taatu ufi seete ammo waan taate suni aka dansaa garaa keesa inkeyanne, yokhaani aka dansa inherenne.


Akuma isiini guddinnaafi gammada ufii kennite isanileeni gaargalafi lalefacha kennaafi. Isiini waan ufiini jettu: Anini aka hayyiti taa! Anini niiti d'iirsi iraa dueniti; anini lalefad'e imbohu!


Niitiini atini garte sunini dira gudda ka hayyoota lafa mohatu.


Aka d'awa baariini jira, hujiini worraa hamtuuni aka homachaa mullati. Aka urji ch'eetu jira, Waaqi ya fulla dukana sipeti haga jira jireenna teesuma worraa mid'aase.


Nami ch'ufti AABBO Waaqa durati ch'allisa, wonti akanatiifi inni Mana ufii qulqullo keesaa kae d'ufuu jira.


Akami Yerusalemuni ta duri nama qabdu amma ch'eekhoofte ona taate badde! Isiini duri guddo gurra qabdi, ammo amma ya haad'a hiyyeesa fakaatte; isiini ta duri hayyiti dira ch'ufa amma ya tisse taate.


Anini qonqo gammadaatifi ta qilit'amatifi gammada guyya fuud'a, ch'allisise worri d'ad'a ifsaani bobeesani d'abe mid'aani d'akha irati daakhani d'aba.


Gumiini Waaqa waan jettu, Nu maafi arma ch'iimna? Koota, dira jabeesani jaarani d'anne, achiti hobaana. AABBO Waaqi keenna ya duisa nuti mure, had'aa nu obaase, waan nu isati ch'ubbamneefi.


AABBO Waaqi waan jed'u, Ee Babiloni, barch'uma kanke ka hayyuma iraa bui, kooti, biyye keesa lafa tai. Atini qara dubra infuud'ini fakaata, dira ka takaa nami indabsatini, ammo armaa achi atini deebite laafte irre ind'abdu.


Anini Babiloni ch'affa lafa tolche, urunguni iti galti. Anini Babiloni haraa waan ch'ufa haruuni hare balleesa. Dubbi tana ana, AABBO Waaqa guddati jed'e.


Hojja inni akasi tolchu worri ha hayyu Babiloni goyeese waan jed'u: Hayyuuni nama dabsu ya bade, deebie nama indabsu!


Urjini ch'ufti ifsu lakifte, aduuleeni hojja gabaatu dukanoofte, jiileeni ifsu dida.


Inni waan jed'u woli had'u lakisa, aka anini AABBO Waaqa beekha. Gosa ch'ufafi lafa ch'ufa keesaleti na guddisani.


AABBO Waaqa, anini si yaamad'a, ch'eeru na d'owi. Ch'ubbicha ha ch'eersanniiti, inni ha due ch'allise fulla ekhera d'aquuti.


Inni nama isaa qulqullo qorqorate ammo nama ch'ubbu qabu dukana keesa balleesa; nami irre ufitini woma indabsatu.


Jennaani hojuma suni nami fardo yaabatu lama lamaani gad'ufe. Nami lafa eeguleeni iyye waan jed'u, Babiloni ya badde! Yaabadde! Wonti harkaani boch'ani ka worri kad'ate kaani ya lafa jidde ch'ach'abde.


Daldaltu Sidoni boha! Isani nama


Jaaroleeni Yerusalemu biyye matati ufi nanat'e woya ch'arqi uyifate ch'allifte, akuma nama dooti iti galte teteeti; dubarti Israelileeni naate mataa lafati gajejete teteeti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite