Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Isaya 46:5 - KITAABA WAAQA

5 AABBO Waaqi waan jed'u, Isani anaafi eenu woli bira qabattani? Nami aka kiyya d'ibiini injira?

Gade chapit la Kopi




Isaya 46:5
13 Referans Kwoze  

Waaqa eenuni woli bira qabani? Yokhaani eenuti dandae aka inni jiru namati hima?


Waaqa qulqullo, eenuni wolbira qabani? Nami aka isaa lafa keesa injira?


Nami gubbaa jiru, ka aka kanke jiru injira? Worri gubbaa, nami si gahu, tokoleeni injiru.


Kristoni Waaqa imullanne fakaate Waaqa nu agarsiisa. Inni Ilma angafati, waan uumani ch'ufa ira jira.


Inni haguma jiru jireenna Waaqa, ammo aka irreeni haga Waaqaatiini ufi gahu inherenne.


Waaqi Yakobo aka worraa injiru; isumati waan ch'ufa uume, ammalle worra Israelile isumati fohate gumi ufi tolfate maqaani isaa AABBO Waaqa gudda.


Nami aka AABBO Waaqa keenna jira tokoleeni injiru! Inni gubba taa,


Ee AABBO Waaqa, waaqi d'ibiini ka aka keeti tokoleeni injiru, ka waan atini hojatte taka hojate injiru.


Ee AABBO Waaqa, Waaqi d'ibiini aka kanke jiru eenu? Eenuti aka kanke qulqullooma gudda qaba? Eenuti waan mamatiifi huji jabdu aka kanke dandae tolcha?


Ee AABBO Waaqa gudda, jabaani aka keeti tokoleeni injiru. Ee AABBO Waaqa, atini waan ch'ufa keesa d'uga tolchita.


Inni ifsa guddinna Waaqatiini biliqa, akuma Waaqi jiru innileeni jira, waan uumani ch'ufa dubbi jabeenna isatiini olqaba. Eegi daba nama iraa qulqulleese, inni gubba harka mirga ka Waaqa Guddinna gubba tae.


Nami ch'ufti jawe guddise, waan inni jabeenna ufi ch'ufa bineensa kaani kenneefi. Bineensale guddisani kad'atani waan jed'ani, Eentu aka bineensa kana jira? Eentu dandae isa had'a?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite