Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Isaya 45:16 - KITAABA WAAQA

16 Worra akheekha boch'ani waaqa tolfatu ch'ufa ch'eersani, worri ch'ufti ch'eeraani bada.

Gade chapit la Kopi




Isaya 45:16
9 Referans Kwoze  

Worri akheekha suni tolfatu namuma, waan d'ibiniti. Worri ch'ufti ha d'ufuti aka dubbi isaani qorani. Worra mudamsiisaniti ch'eersani.


Nami waan harkaani boch'ani waaqa tolfatu woma keesa injiru, wonti worri mid'aafate kad'atu sunileeni woma imbaatu. Nami waan akana kana kad'atuleeni balla, ammalle woma imbeekhu — worra inuma ch'eersani.


Nama waaqoota d'ara d'ugeefate, waan harkaani boch'aniini waaqa keenna jed'u ch'ufa, aka hama ch'eersani balleesani.


AABBO Waaqi waan jed'u, gumi gosa ch'ufaa wolti koota, isani ka nyaapa keesani jalaa baatani, wolti baha! Worri mukha boch'e waaqa tolfate sunini yau, ka waaqa dandae nama imbaamne kad'atu, worra wo beekhuniti!


Anini hind'eesafi d'adachafi qilt'afi ejersa lafa gamoojiti baasa. Adaala lafati anini badda mukeeni dodoti d'ed'eertu gosa sadii qabdu baasa.


Nama waaqoota d'ara kad'atu ch'ufa inch'eersani; waaqooti ch'ufti d'ufte AABBO Waaqa durati gajejeti.


Duuba worri Moabu waaqa worraa, ka Kemoshi jed'ani tufate jibbe yalabaha, akuma duri worri Israeli Betheli, waaqa worri duri abdate, tufate yalabahe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite