Isaya 44:25 - KITAABA WAAQA25 Anini dubbi falfalticha d'aareese dubbi nama ayyaana hedule balleesa. Anini dubbi worra qaro lafa buuse, qarooma worrale daallesa. Gade chapit la |
Nami waaqoota d'ara ta harkaani mid'aasani ira wo eegate nama wo himule wo gaafata, ammo dubbi d'araatiifi ta woma keesa injirre iti himani. Nami gari waan oobjuuni d'ooftu hima, ammo d'uga ira isani gorsa; worri sunini qarqaarsa woma imbaanne isanii keenna. Tanaafi biyyiti aka hooliye badde yayaati, aka nama nama tissu inqamne, gaargalti.