Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Isaya 43:12 - KITAABA WAAQA

12 Anini waan taha hime, duuba isani qarqaaru d'ufe. Waaqi d'ibiini taka waan akana kana intolchine, isani naa d'uga.

Gade chapit la Kopi




Isaya 43:12
13 Referans Kwoze  

Gumi Israeli, isani d'uga tiyya; anini isani fohad'e, aka na male waaqi d'ibiini injirre hubattani. Na male waaqi d'ibiini injiru; durile injiru, takaa tanale injiru.


AABBO Waaqa ch'allati gumi ufiitini deeme, ka qarqaarsa waaqa d'ibi inqamne.


Insodaatina, imudamina, gumi tiyya. Isani haga duritifi haga arrale aka anini waan taha hime imbeetani? Isanileeni amma d'uga tiyya. Na male Waaqi d'ibiini injira? Waaqi irre qabu d'ibiini, ka anini imbeenne, injira?


Ammatana ee AABBO Waaqa keenna, harka worra Ashuru kana keesaa nu baasi, duuba akasiini gochiti lafa keesa jirtu ch'ufti aka atini ch'allaani AABBO Waaqa beeti.


Anini hayyicha odu lafa isaati isa deebiftu d'ageesise duuba achiti isa ijeesa.


Worri Waaqa d'ibi kad'ate, AABBO Waaqa obsa d'owe, wonti hamtuni worri tolche isa dallansiifte.


Anini d'ossani indubbanne, yokhaani herega kiyya nama ind'ofanne. Anini worra Israelitini, lafa duwa keesa na barbaada injenne. Anini AABBO Waaqa, ka d'uga dubbate waan qajeela namati himu.


Me amma ilaala, Waaqi d'uga ana, ka d'ibiini injiru. Anini ijeese jireesa, madeese fayyisa, nami tokoleeni na indabsatu.


Anini hayyufi abba duula isa tolche, irre tiyya isaani worra garsiise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite