Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Isaya 41:7 - KITAABA WAAQA

7 Hogeesi mukha boch'u nama worqi tumu garaa jabeese, namichi burrisaani wo qulqulleesuleeni nama tuubo irati wo tumu garaa jabeese waan jed'uuni, saldaqaani baqu kunini dansa. Duuba inni waan mid'aasani woltid'ise chochou d'owa.

Gade chapit la Kopi




Isaya 41:7
9 Referans Kwoze  

Waaqa worri kad'atu suni qarsi Tarshishi baateeni ch'okhani worqi Ufazi baateeni barreesani, ch'ufti waan hogeesi harka ufitini tolche; woya diimtufi woya bule diimtu hogeeyini d'oofte iti naqani.


Mikaani waan jed'eeni, maanti lafa jira akami? Qaallu kiyyafi waaqa anini mid'aafad'e ch'ufa ya fud'atani itiini d'aabatani, maanti na hafe?


Hogeeyileeni wolqarqarte garaa woljabeesiti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite