Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Isaya 41:3 - KITAABA WAAQA

3 Inni hordofe reebe, ka miili isaa aka waan barisu jiru nagayaani worra d'aqaba!

Gade chapit la Kopi




Isaya 41:3
4 Referans Kwoze  

Nami d'ugaafi qajeelumaani deemu nagaya argate, yo duele lubbuuni isaa boqoti.


Gaafasi atini nagayumani mana keetiti galta; yo ree tante toatule tokole keesa ind'abdu.


Eenuti nama wo had'u ilaboruuti ga kaase fulla inni bahe ch'ufa dabsacha keennafi? Eenuti hayyootafi gosale ch'ufa isa dabsachiisa? Inni goraade ufitini worra d'ae bulleese, t'iya isaatini aka bua buuyo qilleensati firfirsa.


Eenuti waan kana tolchisise d'aloota qara dabre ch'ufa ga yaama? Anini, AABBO Waaqi, gaafa uumama injira, ammalle gaafa muummele inuma jira.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite