Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Isaya 40:4 - KITAABA WAAQA

4 Bale ch'ufa duucha, gaareeni ch'ufa diqeesa, lafaani woli fakeesa; duuba akanaani kubileeni ch'ufti diida taate, lafti gooro qaqabdu ch'ufti dirirte qajeelti.

Gade chapit la Kopi




Isaya 40:4
18 Referans Kwoze  

Baleeni ch'ufti inguutamti, gaareenifi goro ch'ufa indirirsani; fulla dabdu ch'ufa qajeelchani, kara quqaa ch'ufa wolqit'eesani.


Dubbini anini, AABBO Waaqi guddaani, jed'u tana: Sureefi ruufa hayyule baafad'i, wonti ch'ufti gara galte aka d'ibi taati. Nama irre inqamne guddisa, ka irre qabu qanch'arsa.


Waan anini isaniini jed'u, Namichi kuni nama kaani ira mana ufiti d'ugaani gale. Wonti akanatiifi nami ufi guddisu indiqaata, ammo ka ufi diqeesu inguddisani.


Anumati si dura deeme, gaareenifi kubilele balleese, lafaani woliqit'eesa. Anini balbala fullo ta sibiila diimani mid'aasani ch'abse sibiila isiile ch'ufa bulleesa.


Akanaani mukhi lafa keesa jiru ch'ufti aka anini AABBO Waaqa beekha. Nami mukha d'ed'eera mure gabaaba baase d'ed'eereersu anuma. Ammalle anumati mukha doti gogose gogale dotteesa. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa. Anini waan jed'u inuma guuta.


Inni hiyyeeyi awara keesaa fuud'e, nama laafa woma inqamne fulla daara iti harani keesaa baasa. Inni worra suni worra gugurda woliini teesise barch'uma guddinna kennaafi, yayabi lafaa ka AABBO Waaqati, inni isii irati waan ch'ufa jaare.


Lafti gamoojitifi diri isiileeni ha Waaqa faarsani! Worri Kedarileeni ha isa faarsu! Worri dira Sela keesa tauleeni ha fiit'e gaara irati gammade sirbuti!


nama d'articha, kara hama gula deemu, ka nami tokoleeni dandae ind'ugeefanne.


Qonqooni toko lalabde waan jettu, lafa aloo keesati daandi AABBO Waaqaa mid'aasa! Lafa gamooji keesa kara qajeela Waaqaa mid'aasa!


Duuba guddinni AABBO Waaqa mullate nami ch'ufti arga. Nami dubbi tana jed'e AABBO Waaqa.


Anini gaareeni gubbati kara gudda tolche, kara gumiini tiyya gula yaatu mid'aasa.


Wonti guddooni gaara faakataleeni si duraa gorti. Atini Mana Waaqaa deebite jaarta; ammalle akuma atini d'akha eegee gubba keetuuni, biyyiti lalabde, Mana akana mid'aagu, mana akana mid'aagu taka agarte? jetti.


Worra Yerusalemu, dira keesaa baha, worra keesani ka galu kara mid'aasa! Kara balla ch'ira, d'akha keesaa guura! Baandera oliqaba, gosa ch'ufa garsiisa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite