Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Isaya 40:3 - KITAABA WAAQA

3 Qonqooni toko lalabde waan jettu, lafa aloo keesati daandi AABBO Waaqaa mid'aasa! Lafa gamooji keesa kara qajeela Waaqaa mid'aasa!

Gade chapit la Kopi




Isaya 40:3
16 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Anini ergattu tiyya erga, ta kara naa mid'aasitu. Duuba AABBO Waaqi ka isani barbaaddani tassa Mana isaa ka eebati d'ufa. Ergattuni isani guddo eeddani d'ufte, wold'aqisa kiyya odeesiti.


Inni waan jed'e, Anini qonqo nama lafa alooti iyu, ta kara Aabbo qajeelcha jettu. Aka raagi Isayani duri jed'e.


AABBO Waaqi waan jed'u, Gumiini tiyya ha naa galtu. Gufu ch'ufa duraa gorsa, kara ch'ira, kurfeesa!


Waan hareeti anini tolchu eegad'a. Wonti sunini tahuu jirti, isani amma ingartani! Anini lafa aloo kara ke baase, madda bisaani achiti isanii kenna.


Kara gudda tokoti achi jira, ka kara Qulqullooma jed'aniini. Nami ch'ubbu qabu, ka kara suni suni gula deemu injiru, daalleleeni nama kara suni gula deemu iraa ingorsitu.


Anini gaareeni gubbati kara gudda tolche, kara gumiini tiyya gula yaatu mid'aasa.


Waaqaa sirba, maqa isa faarsa; ka dumansa yaabatu kara mid'aasaafi. Maqaani isa AABBO Waaqa — isa durati qilit'ama!


Bale ch'ufa duucha, gaareeni ch'ufa diqeesa, lafaani woli fakeesa; duuba akanaani kubileeni ch'ufti diida taate, lafti gooro qaqabdu ch'ufti dirirte qajeelti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite