Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Isaya 4:1 - KITAABA WAAQA

1 Gaafasi nad'eeni torba d'iira toko qabde waan jettuuni, Nu dandeenne daara ufi baamne sagale ufi kenninna, ammo atini ch'eera nu d'owi, d'iirsa nuu tahi, ha maqa kanke ch'allaani nu yaamaniti.

Gade chapit la Kopi




Isaya 4:1
15 Referans Kwoze  

Isiini garaachoofte ilma d'alte waan jette, Waaqi ya fafa na didi ilma naa kenne.


Kiyyiba nama ira kutani saadu nami ufi saadule iraa balleesani. Waan harkaani boch'ani kad'atani qulqullumaa lafaa d'abani, guyya suni AABBO Waaqa ch'alla guddisani.


Anini nama lafa irati diqeese, diqeenna worqi ka lafa iraatini woli fakeesa.


Wonti akanatiifi kunini guyya haalo baafatani, ka waan t'aafani ch'ufa guutani.


Isiini waan jette, Waan kana Aabbooni ya naa tolche, aka na qarqaare fuula nama durati fafa naa didu.


Maqa Aabbo Yeso Kristotiini jara suni himne gorsina: Huji teesani laana hojad'a, ufi bulcha.


Guyya suni biyyiti Waaqa qulqullo Israeli ka worra uume d'at'e qarqaarsa kad'atti.


Guyyaani ind'ufa, ka worri Israeli ka hafe gosa worra diquma inhobaasini taani deebie inabdanne, ammo AABBO Waaqa Israeli qulqullo abdatu.


Peninani Masanuni isii isiiti gamte qot'ifti, waan AABBO Waaqi ilme isii d'owefi.


Guyyaani ind'ufa, ka nama kiyyibu hobaasani nama ufi saadule balleesani. Gaafasi AABBO Waaqa ch'alla guddisani.


Guyyaani ind'ufa, ka nami balbala gosa toko nama balbala ufi toko fohate waan jed'uuni, Atini waan keeyatu qabda, kai lafa badde ona taate tana gudda iti tahi.


Insodaatini deebiani si inch'eersani, yokhaani si indabsani. Ch'eera kanke ka gaafa atini kaimatifi ch'eekho atini aka haad'a hiyyeesaa teete deebite inqaabatu.


Lafa teesani keesa nad'eeni hiyyeeyini maansa baariini ira jirti. Anini nama keesani, ato worri kaimaatu, hobaase, haawani worraa gaargalcha. Anini tassa gaargalafi mudamsu worraatini d'ufe.


Mikalini, intalti Saulo, deebite ind'alle.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite