Isaya 37:4 - KITAABA WAAQA4 Hayyuuni Ashuru yayu namicha gudda hojatu isaa, Waaqa gudda arabsi jed'e erge. AABBO Waaqi kanke ha araba kana d'agaye worra isa arabsu kana gaargalchuti. Tanaafi atini amma worra keenna ka hafe Waaqa kad'ad'i. Gade chapit la |
Duuba amma lafa gaareeni ta gaafa anaafi jari wahela kiyya waan isii Musati himne, ta AABBO Waaqi naa kakhate naa kenni. Nu gaafasi ya siti himne, aka worri gugurdaani d'ed'eerani, gosa Anaki, dira gugurda naaboni jaarate keesa tau. Hegeri AABBO Waaqi na woliini jiraate akuma inni jed'e kaani, anini worra arti keesaa baasa.