Isaya 36:4 - KITAABA WAAQA4 Namichi Ashuru guddaani kaani waan jed'eeni, waan isani Hezekiani jettani, Hayyuuni Ashuru waan jed'u, maanti akana garaa jabeese ufi si d'ugefachise. Gade chapit la |
Jennaani hayyuuni Ashuru duula muumme inqamne dira Lakishiti kaase, Yerusalemuti erge, aka Hezekia had'u abbotiini duula suni worra gugurda sadi, ka qara askarti isaa ch'ufa harkaa qabu. Worri Yerusalemuni bahe, kara worri woya mid'aasu keesa tau, ka d'aatu fulla bisaani haro keesa diratini yaaniti naanae.