Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Isaya 34:11 - KITAABA WAAQA

11 Urungufi haranqeesa male waan d'ibi keesati inargani. AABBO Waaqi lafa balleese duwa tolche akanumati lakisa.

Gade chapit la Kopi




Isaya 34:11
14 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi aka naabo Sioni jissani ya herege buufate; inni aka naabo suni tokole inhamne ch'ufa balleesani d'und'umna d'ae. Doofi d'ed'eertufi naaboni d'akha ka diraani jaaranileeni ya woliini ch'abe butute.


Akuma anini Samaria gaargalche kaani Yerusalemule tolcha, akuma duri hayyu Ahabu Israelitiifi d'aloota isale tolche. Gumi Yerusalemu ch'ufa lafa iraa hare balleese, akuma qori d'iqani lafati gombisani tolcha.


Fullaani sunini horifi bineensa gosa ch'ufati iti gala. Urunguni maneeni onte suni gubbati galte qaa isaa keesaa booti. Haranqesileeni balbala ira kaakisa. Mukha hind'eesa ka jaaraniinile ch'ufa iraa baasani balleesani.


Isiini qonqo guddooni lalabde waan jette, Isiini ya jidde! Babilonini guddooni ya jidde! Isiini yayu teesuma Sheet'anafi ta jinni hamtu taate. Simpirreeni hamtuuni ta jibbani ch'ufti isii ke galti.


Anini Babiloni ch'affa lafa tolche, urunguni iti galti. Anini Babiloni haraa waan ch'ufa haruuni hare balleesa. Dubbi tana ana, AABBO Waaqa guddati jed'e.


Jennaani inni worra Moabu dabsate, nama qaqabe lafa ch'ich'ifsise nama sadi ch'ufa keesaa nama lama fit'e. Duuba akanaani worri Moabu isa jalati bule gibira baaseefi.


Dira keesa wonti ch'ufti aka iraa gorte, namileeni sodaa jed'e mana ch'ufate keesaa yau dad'abe.


Anini allaati lafa aloo yokhaani urungu onati galtu fakaad'a.


Nami lafa suni bineensa ch'ufaa gargari qoode kennuufi AABBO Waaqa. Bineensi sunini bara ch'ufa achiti gala lafti sunini haga jiru jireenna ta worraa taati.


Inni, Amosi, maani agarta? jed'e na gaafate. Anini waan jed'eeni, Haada mana jaaraniini qajeelchani arga. Jennaani inni waan naani jed'e, Anini haada kanaani, aka gumiini tiyya ta Israeli qajeela injirre, garsiisa. Anini deebie worraa araarame biraa indeemuufi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite