Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Isaya 34:10 - KITAABA WAAQA

10 Isiini halkani guyya ind'aamtu, aarileeni haga jiru jireenna keesaa yaa, bara ch'ufa lafti badde akanumati ona taate, deebie miili namaa keesa inejatu.

Gade chapit la Kopi




Isaya 34:10
15 Referans Kwoze  

Ammalle iyani, Waaqa faarsa! Aari dira gudda haguma jiru oldeema! jed'ani.


Worri hojja galu, reefa worra na dide arga. Raamooni worra nyaatu haguma jirtu indootu, ibidi worra gubu haguma jiru ind'aamu. Reefa suni nami ch'ufti ilaani jibba.


Nami tokoleeni deebie lafa suni keesa intahu; Araftini tokoleeni waaro ufii achiti ind'aabatu. Tissituuni tokoleeni hori achiti intissitu.


bohani waan jed'ani, Diri aka dira gudda kana tokoleeni lafaa wa jira?


Haga ganna afurtama faana namaatiifi ta bineensa tokole keesati inargani.


Akuma buuyo goddu qaanqeeni qabsiiftu, akasuma jari irre qabu huji ufii ta ch'ubbutiini badde, nami worra baddu d'owu injiru.


Tanaafi anini, AABBO Waaqi guddaani, dallansuuni mana kana balleese, namaafi saale, mukhaafi mid'aanile, gube balleesa.


AABBO Waaqi lafa ch'ufa balleese ona tolcha. Inni lafa mich'iire, nama keesa tau ch'ufa gargari firfirsa.


Nami lafa suni bineensa ch'ufaa gargari qoode kennuufi AABBO Waaqa. Bineensi sunini bara ch'ufa achiti gala lafti sunini haga jiru jireenna ta worraa taati.


Ninawi yayu saamani balleesani ona tolchani! Lubbuuni nama d'ufte, onneeni namaa ch'ite, humniti namaa hollatte, fuulileeni namaa golgolaa.


Woma duri Sodomafi Gomorafi diri d'aatu jiru ch'ufti, gaafa balleesani tahe, Edomuleeni taati. Nami deebie achi intau. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite