Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Isaya 33:8 - KITAABA WAAQA

8 Karaani guddaani ya bade, nami imaltu gula deemuleeni injiru. Kakhu ch'absani wold'ageeti balleesani, nama tokole deebiani insaalfatani.

Gade chapit la Kopi




Isaya 33:8
16 Referans Kwoze  

Gaafa Shamgari, ilma Anathi, gaafa Yaeli, godaanti ch'ite, nami imaltu deemuleeni kara d'aatu yae.


Kara gudda tokoti achi jira, ka kara Qulqullooma jed'aniini. Nami ch'ubbu qabu, ka kara suni suni gula deemu injiru, daalleleeni nama kara suni gula deemu iraa ingorsitu.


Amma nami tokoleeni ka guyya jila d'ufe Mana Waaqati kad'atu injiru. Dubriti ta duri achiti sirbitu gaargalte, qaaloleni ufumaa waati. Fullooni dira ch'ufti duwa teteeti, Sionileni gaargala hama qabdi.


Ganna kud'ani afreeso ka Hezekiani lafa Yuda mohate, Senakeribuni, hayyuuni Ashuru dira Yuda ka jabeesani jaarani ch'ufa had'e dabsate.


Hujiini isaa ch'ufti intolti. Inni dandae qorsuma Waaqa inhubatu; inni nyaapa isaa ch'ufa tufate goyesa.


Daudini waan nama isa bira ejaanjuni jed'e, Nama namicha Filisti kana ijeese ch'eera hama kana gosa Israeli dura baase maani kennanifi? Qarale namichi Filisti kunini ka qabanqaba inqabatini hojja tae askarti Waaqa jiru ch'ompifatu eenu ufi seha?


Anini amma tana askarti Israeli ch'ompifad'a. Nama toko na baasa, wolhaana.


Jaarsi kaani namicha keessuma ka achi tau arge jennaani, Atini eesaa d'ufte? Amma eesati deemta? jed'e gaafate.


Biyyiti yayu seera Waaqa balleesite kakhu inni haga jiru kakhate ch'absite, akanaani lafa t'ureesite.


Anini bineensa hama ka ijoolle teesani fit'e, hori keesani balleese isani diqeese, kara keesani duwa tolchu isani iti erga.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite