Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Isaya 32:7 - KITAABA WAAQA

7 Daalleeni ch'ubbiti, waan hamtu ch'alla tolchiti; isiini aka hiyyeesa sobde balleesite, d'uga sila worraa malte d'owitu, malatti.

Gade chapit la Kopi




Isaya 32:7
24 Referans Kwoze  

Ka nama wollaala qabu gumbo iraa fud'ate galakise, nama woma iyyakini dabsu.


aka Yeso d'ossaani qabani ijeesani mariatte.


Worri kunini raaga deeme d'arafi kiyyiba odeesu, ka biyyaani, Daad'ifi faarso quuftani jed'u, fed'a.


Jennaani biyyiti waan jette, Koota, mala d'awanna aka Yeremia balleesinu! Nu qaalole nu barsiiftufi jaarole qaqaro mala nu d'ooftufi raagoota dubbi Waaqa nu faddu lafa teenna keesa haguma jirule ind'amnu. Koota, dubbi isaa dinne isa himanna.


AABBO Waaqi guddaani yayu lubbu isaatini na guute. Inni yayu na muude na erge, aka anini odu dansa hiyyeeyiti odeese, nama guddo garaani laalala qabu fayyise, nama hid'aansa keesa jiru ha hiikhaani jed'e, nama hid'anile hiikha.


Worri kanke gugurdaani nama d'ugaa dide hattu waheelchu: worri hojja ch'ufa gumbo jaalate waan nama ira nyaatu barbaada. Worri ilmaani hiyyeeyiti indubbatu, yokhaani nad'eeni hiyyeeyi dubbi isii jalaa inqabu.


Worri ch'ubbu gaadeti na ijeesuu fed'a, ammo anini jecha kanke hojja ch'ufa inqaabad'a.


Inni hiyyeesa d'ugaani qore, nama qarqaarsa inqamne kalcha. Jecha isaa gula wollaala namati murani, dubbi isaatini nama ch'ubbu fit'ani.


Ato atini worra ch'ubbicha naatele, worri kara d'uga imbaratu. Lafa nama d'uga keesaleti worri ch'ubbu lakisu dide guddinna kankele inargu.


Ammalle Waaqi nama gurra nama yakufi ka nama wo yakele dubbi keesa ira ch'iisufi, ka d'ara dubbate nama sila d'uga qabu d'uga d'owu imballeesa.


Ch'ubbichi ha kara ufi lakisu, nami hameenna gula deemu ha herega ufi garagalfatu. Inni ha AABBO Waaqa keennati deebiu. Duuba inni naheefi hurrise araaramaafi.


D'ugaani lafa keesa injirtu, tanaafi nama ch'ubbu lagatu gaargalchani balleesani. AABBO Waaqi waan kana arginaani, aka d'ugaani injirre hubate iraa laalefate.


Nami hedduuni qulqullae aabo womatu d'aba, ammo namnami hamamani woma inhubatu, hameennuma sunini taa; ammo nama qalbi qabu ch'allaati hubata.


Gaargala akamiti worra sire ira ch'iise waan hamtu malatu d'aqaba! Yo lafti bariite, waan irre qabanifi, waan eda malatani kaani tolchani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite