Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Isaya 32:5 - KITAABA WAAQA

5 Deebiani daalleleeni, nama d'uga injed'ani, yokhaani ch'ubbichaleeni, qajeela injed'ani.

Gade chapit la Kopi




Isaya 32:5
8 Referans Kwoze  

Isani ya baddaani! Worra waan hamtuuni dansa jed'e, waan dansaani hamtu jed'u; ka dukana ifsa tolche, ifsa dukana tolchu. Ka waan had'aa mieese waan miaa had'esu.


Ammalle nama d'ugaafi ka d'ara, ka Waaqaa hojatufi ka inhojannele, gargari beekhani.


ka nama Waaqi didu tufate, nama Waaqa sodaatu ulfeesu ka ato haga fed'u gaargalele kakhu ufii illakimne,


Dubbi woni raaticha Nabali jed'ani kana gula indeemini, inni maquma isaa fakaata, maqaani isaa Nabali daalle jecha, innileeni akasuma daalle! Aabbo, gaafa hojattuuni tante d'ufte anini achi injiru.


Daalleeni ch'ubbiti, waan hamtu ch'alla tolchiti; isiini aka hiyyeesa sobde balleesite, d'uga sila worraa malte d'owitu, malatti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite