Isaya 30:16 - KITAABA WAAQA16 Waan nani jettani, Hiyo! Akasiniti nu nyaapa keenna dura fardaani baqanna. Inuma baqattani! Mala keesani, fardi keesani guddo oria, ammo worri isani reebu fardooleeni worraa hagasi ira oriiti. Gade chapit la |
Anini AABBO Waaqa, ka d'aatu fulla sorio iti qalani eju arge. Inni waan jed'e, Fiit'e utuba Mana Waaqaa d'ai, aka mikhikili balbalaa chochou. Utuba suni fiit'e iraa ch'ach'absi, aka fiit'eeni suni nama arti jiru ch'ufa ira jiddu. Duuba anini nama hafe kaani ch'ufa goraadeeni balleesa, tokoleeni na dura bahe imfiigu.