Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Isaya 3:19 - KITAABA WAAQA

19 harkati naqatu. Inni hagogoofi

Gade chapit la Kopi




Isaya 3:19
14 Referans Kwoze  

Anini faaya ch'uch'uluqa — mirgaafi imu siti naqe.


Tanaafi nu amma faaya worqitiifi, waan irreefi harkati keeyatanifi, qube qabatifi, gurrale, yokhaani imule d'ufuniti jirra. Nu waan kana ch'ufa Lubbu teenna jenne AABBO Waaqaa baafna, aka inni nu qorqoratu.


Nami ch'ufti fed'i ufii gula d'iirafi nad'eeni taanaani, biinki barreesanifi qube gurratiifi qube qubatiifi faaya mormatiifi ammalle faaya worqile ch'ufa AABBO Waaqaa d'ufeeni.


Inni, Maani aka qabdo sii kenna? jed'e gaafate. Isiini waan jetteeni, Beesisa morma qabdufi haada isaatiifi ule deemtuuni suni. Duuba inni iti kenne bira bule garaacheese.


Jennaani woya, qarsi, worqi faaya ch'ufa Rebekaa kenne. Ammalle miha dadansa oboleesa isiitiifi haad'a isiile kenne.


Labaniini yayu qubefi mirga worqi ka oboleetiini isaa ufira qabdu kaani arge, ammalle waan namichi jed'eeni ch'ufa d'agaye. Inni namicha hojattu Abrahamu kaani ka fulla afaani eela ejuuni bahe


Intalti gaala bisaani obaafte jennaani namichi hojattu Abrahamu qube worqi funaaniti mat'anseefi, mirga worqi lama harkati naqeefi


Ato gabaasu jiranu, qonqo gara abba isii Yuda ergite waan jette, Nami na garaacheese abba miha kana, ilaali, abba miha kana mid'aafad'u, beesisa kanafi haada isaatiifi ule tanale abba himi.


Jennaani waaqoota baanani taanifi qube gurrale baafatani Yakobooti kennani, inni gadda guddo toko ta Shekemu d'aatu jirtu jalati awaale.


Guyyaani ind'ufa, ka AABBO Waaqi waan nad'eeni Yerusalemu kiyyibduuni iraa yaasu — faaya worri miilaafi matafi mormaafi


kofiaafi, qud'aama worri harkaafi hid'aanati naqatufi


Jennaani Harunini waan biyyaani jed'e, Waan nad'eeni teesanifi ilmaani teesani gurrati naqatu iraa yaasa natiini koota.


Duuba nami ch'ufti qube worqi baafate Haruniti geese.


Anini qube funnaanifi guraati si kaye, hagogo mid'aadu hayyiti mata ira sii kaye.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite