Isaya 25:4 - KITAABA WAAQA4 Hiyyeesafi nami qarqaarsa inqamne guyya gaargala siti baqate, qarqaarsa siraa argata. Atini dao taateefi bubbe iraa d'owarte, gaadisa taateefi adu ira d'owarte. Nami hamani aka bubbe adolesa nama d'ae, akuma oola lafa gamooji nama qabata. Gade chapit la |