Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Isaya 23:9 - KITAABA WAAQA

9 AABBO Waaqa guddati waan kana malate. Woni inni malateefi aka kiyyiba worra suni balleese jara isaani gugurda ch'eersu.

Gade chapit la Kopi




Isaya 23:9
29 Referans Kwoze  

Ammo eebiti Waaqi namaa kennu hagasi ira jabdu. Wonti akanatiifi t'aafiini waan jettu, Waaqi nama ufi guddisu dide, ka ufi diqeesu eebisa.


AABBO Waaqi waan jed'u, Anini baddi lafatini d'ufe, nama ch'ubbu qabu ch'ufa maro ch'ubbu isaanitifi gaargalcha. Anini kiyyiba ch'ufa d'owe, nama hamama ufi olifuud'ule gaargalcha.


Guyyaani ind'ufa, ka nama kiyyibu hobaasani nama ufi saadule balleesani. Gaafasi AABBO Waaqa ch'alla guddisani.


Amma anini, Nebukadrezani, hayyu gubbaa faarse ulfeese guddisa, hujiifi karaani isaleeni ch'ufti ka d'ugaati. Inni nama ufi guddisu ch'ufa dandae kiyyiba iraa kuta.


Waaqi herega ufi ka hegeri gula waan kana tolche, ka inni Kristo Yeso Aabbo keennaani guute.


Waan ch'ufa fed'i herega Waaqa gula tolchani ammalle Waaqi fed'i ufitiini Kristo keesa nu fohate nama ufi nu tolfate, herega isaa ka qara kaani gula.


Worri wold'aqe aka waan ch'ufa ka atini harka kanketiifi fed'i tantetiini qara buufatte tolchani.


AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Guyyaani ind'ufa, ka ch'ubbichafi nami ufi saaduleeni aka buuyo godde gubatu. Guyya suni worri ch'ufti gubate hobae daara d'aba.


Duuba Waaqa kad'ad'i, waan jettu, Ee AABBO Waaqa, atini qara, anini fulla tana imballeesa jette, aka wonti lubbu qaba, namaafi bineensale taanaani iti ingalle, ammo haga jiru jireenna ona taatu.


AABBO Waaqi guddaani ya waan kana herege; eenuti dandae isa d'owa? Inni harka ufi d'eerefate nama balleesu fed'a; eenuti dandae harka isaa keesa deebisa?


AABBO Waaqi guddaani yayu kakhu kakhate waan jed'e: Wonti anini herege inuma taati, wonti anini malad'e inhanqatu.


AABBO Waaqi guddaani irre isaatini, akuma dame mukha ch'irani, worra ch'ire lafa buusa, ka kiyyibe ufi olifuud'u murre gadi buusa.


Mataani jaaroleefi worra gurra qabu — eegeeni raagoota dubbi d'ara barsiiftu!


tanaafi qaqabani isani boojiani. Worra keesani gugurda garaachi hobaase, biyyiti taani d'ibileeni d'eebuuni raawati.


Kiyyiba nama ira kutani saadu nami ufi saadule iraa balleesani. Waan harkaani boch'ani kad'atani qulqullumaa lafaa d'abani, guyya suni AABBO Waaqa ch'alla guddisani.


Inni worra worra dabse suni tufate, lafa aloo ta kara inqamne ke marse.


Inni worra lafa fidu ch'eerse, worra irre qabu irre isaani balleesa.


Kunini mala kiyya, ka anini lafa ch'ufati malad'e, kunileeni harka kiyya, ka anini d'eerefad'e gosa ch'ufaani gaargalchu.


Beena, lafa teesani qotad'a, worra lafa Tarshishi keesa qubatu! Nami isani qorqoratu d'ibiini injiru.


ta badde mukha qoraatitiifi mogoreeni iti baate, boha. Maneeni nami keesati gammadeefi dira keesati nami machi argate boha.


wonti AABBO Waaqi jed'u tana, Anini karuma kanaani kiyyiba worra Yudatifi kiyyiba gudda worra Yerusalemu iraa galcha.


AABBO Waaqi waan lafa Edomutiini jed'u, Me ilaali, anini lafa ch'ufa keesa si yaarse, nami ch'ufti si tufata.


Eege d'ufe sifi hojattu tantetile kore gubbaa yaa.


Guyya suni AABBO Waaqi guddaani nama irre qabu ch'ufa diqeese, nama kiyyibe ufi saadule ch'ufa akasuma tolcha.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite