19 AABBO Waaqi huji tante keesaa si baase, guddinna atini qabdu siraa fuud'a.
Akanaani mukhi lafa keesa jiru ch'ufti aka anini AABBO Waaqa beekha. Nami mukha d'ed'eera mure gabaaba baase d'ed'eereersu anuma. Ammalle anumati mukha doti gogose gogale dotteesa. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa. Anini waan jed'u inuma guuta.
Hayyoota barch'uma guddinna iraa kaase hiyyeeyi ira teteesise,
Tanaafi Waaqi haga jiru jireenna si balleesa; inni si fuud'e, mana kanke keesaa si baase, si ijeese, lafa tana iraa si balleesa.