Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Isaya 22:1 - KITAABA WAAQA

1 Kunini d'aamsa waan Bale Daayya, ka d'aamani. Maani isi? Nami dira kana maanifi mana kore gubbaa ejaanja?

Gade chapit la Kopi




Isaya 22:1
26 Referans Kwoze  

Ee Yerusalemu, atini rabsu d'akhaa ka rarraa bale gubba olfago tau, ka diidale argani fakaata. Ammo anini si had'e, si balleesa. Atini, Nami tokoleeni dandae na inhad'u, yokhaani na indabsatu, jetta.


Akuma gaareeni Yerusalemu marsitu akasuma AABBO Waaqi gumi ufi ammaafi hegerile marse qorqorata.


Nami gumiini muumme inqamne ya Bale Qorsuma keesati wolti bahe. Achiti guyyaani AABBO Waaqaa d'ioti d'ufa.


Gochiti ha kurfoofte, Bale Qorsumati d'uftu. Achiti anini tae gosa d'aatu jirtu ch'ufa qora.


Nami woya ch'arqi naqate kara dira keesa yae, ballinna diratifi mana gubbaleti laalefatani bohani.


Kara ch'ufaani guddo wo baati! Wonti qaraa fiit'e Waaqi d'aamsa ufi Yahuditi d'aamate.


Aduuni ya isaniti d'iite, laftileeni ya isaniti dukanoofte. Waan isani gumi tiyya sobdaniifi, deebitani daayyani woma inagartani yokhaani dandeetani woma inhimtani.


Maneeni Moabu gubbafi ballinna dira ch'ufa keesale boha male woma injirani, wonti akanatiifi anini yayu Moabu aka okote faara ta nami jibbe ch'abse.


Kunini d'aamsa lafa Babiloni ka AABBO Waaqi Isaya ilma Amoziti d'aame.


Gochiti gorsa Waaqa imbeenne gosa aada womatu qabduniti, ammo nami seera Waaqa guutu nama gammada qabu.


Ee galaana, maanti, si baqachise? Ee Yordani, sile maafi yaasumi kanke ch'ita?


Gaargali kanke maani? Isiini waan jetteeni, Onana niitiini tunini, daima kanke arra nyaanne kiyyale bori nyaanna nani jette.


Hayyichi waan jed'eeni, D'ibi kanke maani? Isiini waan jetteeni Aabbo, anini hiyyeeti, d'iirsa inqabu.


Hojja suni Sauloni ka qotiyo oofu, gara oobruti d'ufuu jira. Inni waan jed'e, Maanti jira? Nami ch'ufti maafi akana boha? Jennaani worri odu ergattuni Yabeshi d'ufteeni iti hime.


Bara suni gaafa gurbaani Samueli jed'ani Eli jala AABBO Waaqaa hojatu, dubbifi daayyani ta gara Waaqati d'uftu take.


iti iyye. Worri Dani Mikati garagale waan jed'eeni, Maaniti lafa jira ka atini duula kana ch'ufa baaftufi?


Hojja isani mana hareesa jaarratani gubba isaa woini marsa. Duuba yo nami iraa d'aqate duele isani inhaalatu.


Waaqi boha much'aa d'agaye jennaani, malaikaani Waaqaa gubbaa Hajiriini dubbatte waan jette, Maanti akana si d'iba, Hajiri? Insodaatini, Waaqi boha much'a diqa ya d'agaye.


Waan anini dukana keesati isaniti himu ifsa keesati dubbad'a; ammalle waan hasasani ka d'ageettani fiit'e mana gubbati lalaba.


Hojaani tunini hojja nami mudame ufi jibbaate Bale Daayya keesati waan tahu wollaalu. Nami waan kana nutiini d'ufe, AABBO Waaqa gudda naabo dira keenna ch'ach'absani balleesani, gaareeni keesa nami iyye qarqaarsa fed'ate.


Maneeni Yerusalemutifi ta hayyoota Yudatifi yokhaani maneeni gubba isiiti urjii hit'aana aarsanifi daad'iini waaqa d'ibii buusanileeni ch'ufti akuma Tofethi t'uroofti.


ibida iti kaye maneeni nami gubba isaati hit'aana Baali aarse, daad'i waaqa d'ibi d'ibaayu baasani akasiini na dallansisanile guba.


maro worra Yudatifi ka Yerusalemutifi hayyootafi jaaroleefi qaaloleefi raagooti worraa hameenna tolchiteefi, anini dira suni fuula kiyya duraa balleesu fed'a.


Anini ammalle nama mana ufii kore adufi jiafi urji kad'atu imballeesa. Ammalle nama na durati maqa kiyyaani gajed'e kakhate ammo eegi suni garagale maqa waaqa Milkomu jed'aniini kakhatule balleesa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite