Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Isaya 20:5 - KITAABA WAAQA

5 Nama Kushi abdate worra Misiri heregate, ch'eersani balleesani.

Gade chapit la Kopi




Isaya 20:5
17 Referans Kwoze  

worri Yuda imaaga, waan worri gosa suni, ta hojja worri qarqaarsa fed'u ch'eersite qarqaaru dad'abde, d'ugeefateefi.


Ammo Faraoni jabeenna worraani qarqaaru inqabu, qarqaarsi worri Misiri worra qarqaaru muummeeni isaa badiini buufatti.


Tanaafi nami tokoleeni maro waan nami tolchu ufi inguddisiini. Wonti ch'ufti teesani:


AABBO Waaqi waan jed'u, Anini nama na lakise abdi isaa nama ira keeyatu, ka yokhaani jabeenna namaa d'aabatu inabaara.


Atini mala keeti waan worri Misiri si qarqaaru seeta, ammo mali sunini nama ilaadu ule sehe, ta yo inni lafati d'aabu ch'abt'e harka woraantu fakaata. Aki hayyuuni Misiri nama isa d'abatu tolchu akasi.


Atini, mala keeti, waan worri Misiri si qarqaaru seeta? Ammo mali sunini nama ilaadu ule sehe yo inni lafati d'aabu ch'abt'e harka woraantu fakaata. Aki hayyuuni Misiri nama isa abdatu tolchu akasi.


Qarqaarsi worri Misiri namaa kennu woma imbahu, tanaafi anini worra Misiri Jawe woma keesa injirre jed'e, maqa iti baase.


Nami hafuuruma, maani keesa jira? Tanaafi maani ira gula yaatani isa d'ugeefatani?


Nama lafa Misiri qarqaarsa kad'achu d'aqu ya bade! Worri fardaafi gaari fardi hirkisufi askarti worraa heddu abdata. Ammo AABBO Waaqa Qulqullo Israeli, inabdatani, yokhaani qarqaarsa inkad'atani.


Atini akami dandeete hojatu abba kiyya didiqo woma keesa injirale d'owarta, ka ufiftu waan worri Misiri gaarifi askarti farda sii kennu seetu?


Jennaani qonqooni worra Ashuruti d'ufte waan jette, Duuli Misiri, ka hayyu Tirhaka, ka worra Kushi iti abba, had'iisa keesani d'ufuti jira. Hayyuuni Ashuru dubbi suni d'agaye jennaani qonqo gara hayyu Yuda,


AABBO Waaqi guddaani, Waaqi Israeli, waan jed'u, Anini Amoni, waaqa Thebesitifi Misirifi waaqoota isiitiifi hayyoota isiile ch'ufa ingaargalcha. Anini hayyu Misiritiifi nama isa abdatu ch'ufa fuud'e,


Worri Israeli itumaa deebie qarqaarsa worra ind'aabatu. Duuba akanaani worri Israeli aka wonti worri duri Misiri d'aabateefi kaani wollaala arge hubata. Akanaani duuba worri Israeli aka anini AABBO Waaqa beekha.


Diri suni lafa Kushitiifi lafa Misiri mohate, motumti isaa haga inqabdu, worri Libia goli worraati.


Ammalle AABBO Waaqi worra Kushile goraadeeni fit'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite