Isaya 2:4 - KITAABA WAAQA4 Inni gosa woldidu wolti araarsa. Worri goraade maarasha tumate, woraana haamtu tolfata. Gochiti deebite woraanani wolinhaatu, deebiani waan lola barattani woli inhad'ani. Gade chapit la |
AABBO Waaqi waan jed'u, Anini gaari lolaa, ka fardi hirkisu, Israeli keesaa balleese, fardoole Yerusalemu iraa fuud'a; ammalle guube lolaa ch'ufa imballeesani. Hayyuuni keesani gosa ch'ufa nagaya tolche, baariini toko fuud'e baariini d'ibii d'aabe, Galaana Efratiiti fuud'e muumme lafale ch'ufati d'aabe lafa ch'ufa fida.