Isaya 19:11 - KITAABA WAAQA11 Worri gugurdaani dira Soani raatu! Worri Farao, ka qalbi qabu, mala woma imbaane d'aa! Worri akami dandae Faraoni, Nu nama qarooti nu d'ale, worri keenna haguma duriti worruma hayyuuni keesaa d'alate, jed'a? Gade chapit la |