Isaya 19:10 - KITAABA WAAQA10 nama woya d'aufi hogeeyini d'ibileeni ch'ufti garaa hammaatte, aka hama laalefate, waan taatu wollaalte. Gade chapit la |
AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Waan atini Harunini jettu, Ule tante fud'ad'u, bisaani lafa Misiri keesa jira ch'ufa ira olqabi, galaana taanaani, dambala taanaani, haro taanaani, fulla bisaani naqattu ch'ufa ira olqabi. Duuba bisaani lafa Misiri keesa jira ch'ufti d'iiga tahani. D'iigi sunini waan bisaani iti woraabani ch'ufa ka mukhaafi d'akhaani mid'aasani guuta.