Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Isaya 16:13 - KITAABA WAAQA

13 Dubbini AABBO Waaqi waan Moabu dubbate tana.

Gade chapit la Kopi




Isaya 16:13
3 Referans Kwoze  

Insodaatina, imudamina, gumi tiyya. Isani haga duritifi haga arrale aka anini waan taha hime imbeetani? Isanileeni amma d'uga tiyya. Na male Waaqi d'ibiini injira? Waaqi irre qabu d'ibiini, ka anini imbeenne, injira?


Worri Moabu fulla woyyuma ta gaara gubbatiifi, fulla Waaqa isaani iti kad'atani d'aqe, akasiini ufi dad'absiisa, ammo qarqaarsa womatu iraa inargatani.


Amma tana AABBO Waaqi waan jed'e, ganna saditi, duroomi Moabu kunini inhobaa. Ammalle nama isii heddu kana keesa nama diqaati hafa, sunileeni nama lalaafa taha.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite