Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Isaya 14:7 - KITAABA WAAQA

7 Ammo amma tana lafti ch'ufti yayu nagaya argatte, nami ch'ufti gammadaani sirbuti jira.

Gade chapit la Kopi




Isaya 14:7
13 Referans Kwoze  

Ee gubba, sirbi, ee lafa gammadi, lalabi! Gaareenileeni ha farqatte sirbitu! AABBO Waaqi gumi ufi jabeese, nama isaa ka gaargala qabu naha.


Gammada, maro badi isaatiifi, Ee Gubba! Gammada, worra Waaqatiifi ergattufi raagoota! Waaqi ya maro waan inni isani tolcheefi isa qore!


Wonti lafafi gubba jira ch'ufti gammade qilit'amti; hojja worri mirgaa d'ufu Babiloni dabsate balleesu.


Yo nami d'ugaa woi horatu diri inni keesa tauleeni ingammada, yo ch'ubbichi duu nami wolti bahe gammade sirbe lalaba.


Sirba hareesa Waaqaa sirba, maro inni waan mama tolcheefi! Inni harka isaatiifi irre isaa qulqullooni ya waan ch'ufa dabsate.


Gosa ch'ufa, gammada harka d'aa! Lalaba sirba, AABBO Waaqa faarsa!


Worri waan malaika AABBO Waaqatini jed'e: Nu lafa ch'ufa ya abuuru keesa yaane, lafti nagaya bad'aad'a.


Anini daayya keesa waan hamtu arge, wonti hamtuuni sunini, saamachafi woballeesiti. Duula Elamu kaa wo had'a! Duula Media, dira marsa, had'a! Waaqi gaargala worri Babiloni d'ufeeni inhobaasa.


AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Anini aka taka nami inargini balleese ona si tolche nami lafa keesa jiru badi tante suni iraa gammada,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite