15 Nama qabani ch'ufa goraadeeni ijeesani, sheeftiini hobaasani.
Askarti worraa ch'ufa qaqala, hobaasa! Worra Babiloni ya badiini qabatte! guyyaani worra gaargalchani ya gahe.
Anini fulla miha kiyya ka lola iti olkayani bane, dallansu tiyya keesa alati baase; wonti akanatiifi anini, AABBO Waaqi guddaani Babiloni keesa huji qaba.
Nami goraade nama ijeeftuufi, t'iya nama woraantufi, gaargala woraanaa baqachu jira.
D'iirafi nad'eenile fit'e, jaarsafi kaimale hobaase, ijoolle d'iiratifi ta dubrale gate.