Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 9:33 - KITAABA WAAQA

33 Achiti inni nama toko ka Ainea jed'ani arge, ka haga ganna saddeeti fayyad'abe kokotae sire ira ch'iise.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 9:33
13 Referans Kwoze  

Jaartiini tuni, ta dubra Abrahamu, ta Sheet'ani ganna kud'ani saddeeti hid'e, guyya Sabato hid'aansa kana keesa bahu himmalle?


Fulla Listra nama tokoti jira, ka haga d'alate dandae olinkaane, ka miili naafa.


Namichi fayyisani kaani ganni isaa afurtama ira jira.


Nama toko ka haguma d'alate miili naafateeti jira. Guyya ch'ufa isa fuud'ani, fulla balbala Mana Waaqa ta mid'aadu jed'ani kayani, aka inni nama Mana Waaqa seenu hori kad'atu.


Ammo aka inni amma lafa argu nu imbeennu, nama ila isaa banele nu imbeennu; isa gaafad'a me, inni nama gudda, ufii dubbachu dandaa.


Ato Yesoni deemu, inni nama toko ka haga d'alate balla arge.


Nama tokoti jira ka ganna sodomi saddeeti fayyad'abaani ch'iise.


Yesoni abba isatiini waan jed'e, Ganna hagami akana tahe? Inni waan jed'eeni, Haguma ijoolluma isaati.


Niiti tokoti jira, ta d'iigi ganna kud'ani lama keesaa yae;


Tanaafi gurri isaa lafa Shamu ch'ufa gahe, nama d'ukuba qabuufi ka fayyad'abaani gaargale, ka jinni qabu, ka gagabdufa, ka naafatele isatiini d'ufani, inni worra ch'ufa fayyise.


Ato Petroni fulluma ch'ufa jiddu worra keesa dedeemu, inni fulla gumi qulqullo, ta Lidia teetu, d'ufe.


Petroni waan isaani jed'e, Ainea, Yeso Kristoni si fayyisa, kai sire tante mid'aafad'u. Inni maro tokotu kae.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite