Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 8:35 - KITAABA WAAQA

35 Jennaani Filiponi fulluma t'aafi suni iti keyate waan Yeso isati hasae.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 8:35
20 Referans Kwoze  

Haga Musafi raagi ch'ufati iti keyate, waan isaa ka t'aafi keesati t'aafani ch'ufa worraa diige.


Wonti akanatiifi inni waan t'aafi duri keesati t'aafani aka Yesoni Kristo nama ch'ufa agarsiise, akasiini moroma Yahudi ch'ufa dabsate.


Wonti akanatiifi anini haga isani woliini jiru aka waan ch'ufa ded'u kutad'e, Yeso Kristo male, keesuma duisa isaa maskali gubbati.


Guyya tolfatani, nami hedduuni fulla Pauloni tau d'ufe. Inni diirama haga galgala achiti worra barsiise waan finna Waaqaa worraa diige, waan Yeso ka kitaaba Seera Musatiifi ka raagoota keesati t'aafani worra agarsiise.


inni worra barsiise waan jed'e,


Guyya ch'ufa Mana Waaqatiifi mana biyya keesaleti Odu Dansa ta Yeso Kristo odeesani nama barsiisani.


Isani ya waan isaa d'ageetani, ammalle aka nama isa gula yau ya d'uga Yeso keesa jirtu barattani.


Jaalaani teenna ta Korintho jirtu! Nu ya diideesine waan ch'ufa isaniti himne, ya garaa keenna isaniti mullimne.


Ammo nu waan Kristo maskali gubbaa odeesina, odu Yahudi gufachiiftu, ta gochiti d'ibiini daalluma seetu;


Yahudiini gari, ta lafa ch'ufa keesa yayaate jinni nama keesaa baafte, maqa Yeso Kristotiini jinni nama keesa yaasu iti gamte waan jette, Anini maqa Yeso, ka Pauloni barsiisuuni si abaara jed'ani.


Ammo jari gari ka Kiprofi Kirene, Antiokia d'umnaani gosa d'ibileti hasaani.


Jennaani Petroni waan jed'e, D'uguma anini ya hubad'e aka Waaqi nama tokole wolindabarsine ch'ufa qit'e takati heregu.


Hojuma suni inni maneeni Waaqa iti kad'atani seene waan Yeso odeese, Yesoni Ilma Waaqa jed'e.


jabeenni Lubbu Qulqullo Aabbo iraa d'ufa innileeni Yeso Kristo ka qara isanii fohate erga.


Jari woi beekhu toko, ka Epikureofi Stoiko jed'ani, isaani dubbi morme. Nami gari waan jed'e, Namichi daallichi kunini maani jechu jira? Ammo ka gari waan jed'e, Inni nama waan waaqoota ka nami imbeenne hasau jiru fakaata. Wonti worri akana jed'eefi waan Pauloni waan Yesotiifi waan kaisa isaa worrati hasaeefi.


Namichi kaani waan Filiponi jed'e, Raagi eennu baana? Ufi baana mo nama d'ibi?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite