Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 8:31 - KITAABA WAAQA

31 Inni waan jed'eeni, Akamiini dandae mid'aafad'a, yo nami na qajeelche male? Duuba inni Filipo kad'ate aka inni gaari yaabate isa woliini tau.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 8:31
20 Referans Kwoze  

Ammo yo qara ind'ugefatiini, akami isa yaamatani? Yo dubbi ind'agayiini, akamiini d'ugefatani? Yo dubbi iti inodeesiini akamiini d'agayani?


Nami waan wo beekhu ufi sehu haga sila beekhu male imbeekhu.


Adaba t'uritiifi huji hamtu ch'ufa lagad'a. Dubbi garaa keesani keesati fach'aasani, ta dandeete lubbu teesani baaftu, kara laanatiini fud'ad'a.


oboleesi dureesileeni ha akasuma tolchu, yo Waaqi wo d'owe. Wonti akanatiifi dureesi aka daraara buuyo goga.


Nami tokoleeni ufi insobini. Nami waan guddo qalbi qabu ufi sehu, herega nama gula, ha ufi daalleesuuti, aka qaroomu.


D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Nami aka ijoolle ufi tolche Finna Waaqa imfud'anne diqole inargatu.


Kara gudda tokoti achi jira, ka kara Qulqullooma jed'aniini. Nami ch'ubbu qabu, ka kara suni suni gula deemu injiru, daalleleeni nama kara suni gula deemu iraa ingorsitu.


anini daallae woi wollaale, bineensa fakaad'e si hubachu dad'abe.


Ammo Elishani waan jed'eeni, Hojja namichi gaari isaa iraa bue fuula keesa si d'ufe, anini herega garaa kiyyatini si inagarre? Hojaani tunini hojja nami beesefi woyaafi, d'ad'afi zabibufi reefi loonifi hojattu nama iraa fud'atuniti.


Jennaani Naamanini fardooleefi gaari isatini d'ufe balbala mana Elisha dura ejate.


Tanaafi Filiponi gara isaa utaale, isa kitaaba raaga Isaya soomu d'agaye waan jed'eeni, Waan soomtu kana mid'aafatta?


Fullaani inni t'aafi keesa soomu tana, Akuma hoola qalani ijeechati isa geesani, ammalle akuma ilmeeni hoola ta abbaani rifeensa iraa ch'iru ch'alliftu, akasuma ch'allise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite