Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 8:14 - KITAABA WAAQA

14 Ergattuuni ta Yerusalemu keesa teetu aka gumiini Samaria dubbi Waaqa d'ugefatte d'ageennaani, Petrofi Yohana iti ergite.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 8:14
15 Referans Kwoze  

oboleesa keenna Timotheo, ka nu woliini Waaqa hojate Odu Dansa ta Kristo odeesu ergine. Nu isa ergine, aka inni isani jabeese d'ugefacha teesani qarqaaru,


Ammalle maro waan kanatifi nu hojja ch'ufa galata Waaqa deebimna. Gaafa nu dubbi Waaqa isanii d'umneeni, isani aka dubbini suni ta namatiini, ammo d'uguma dubbi Waaqaa ch'aqaftani d'ugefattani. Waaqi jiddu isani worra d'ugefate hojachu jira.


Yakobofi Petrofi Yohanani, jari jaarole fakaatu, aka Waaqi huji tana naa kenne arginaani, naafi Barnabale ee jed'ani nu gula galani, nu nama taka taane, gosa d'ibi keesa hojanna, worri ha Yahudi keesa hojatu jenne woliti buufanne.


Sauloni ijeecha isaa Ee jed'e. Guyyuma suni gumi Waaqa ta Yerusalemu jirtu guddo gaargalchani. Duuba ergattu male gumiini taani ch'ufti lafa Yudeatiifi Samaria keesa gargari firfirfamte.


soba hedduuni worra badu soba. Maro d'uga worra baaftu jaalachu didaniifi badani.


Worri lafa suni worra Thesalonike ira dansa. Dubbi Waaqa qalbi dansaani ch'aqasani, t'aafi guyya ch'ufa keesa barbaadani, aka wonti kunini d'uga ilaalani.


Yerusalemu geennaani, gumi Waaqatiifi ergattufi jaaroleeni worra d'ieesite, worri waan Waaqi harka worratiini tolche ch'ufa odeese.


Ergattufi oboleyaani Yudea keesa jirtu, aka gochiti d'ibileeni dubbi Waaqa d'ugefatte d'ageete.


Nami hedduuni dubbi isaa d'ugefate batifame, nami haga kunki sadi gumiti darame.


Nami na dide dubbi tiyya imfud'anne, nama iti muru toko qaba. Dubbi anini jed'e suniti guyya muumme wollaala iti mura.


Yesoni Petrofi Yohana erge waan jed'eeni, Beena, sagale Pasaka nu mid'aasa aka nuleeni nyaannu.


Mid'aani biyye dansa gubbati fach'aasani suni nama dubbi d'ageennaani mid'aafate, duuba mid'aani d'alu fakaata; toko d'iba toko, ka d'ibiini jaatama, ka gari sodoma d'ala.


Dubbini AABBO Waaqi isaani jed'e, ta inni waan sorio irati baasani, ta Betheli keesatifi fulla Waaqa iti kad'atani ta dira Samaria ch'ufa keesale dubbate ch'ufti inuma guutamti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite