Huji Ergattu 7:8 - KITAABA WAAQA8 Duuba Waaqi aada wold'aqisa ta qabanqaba Abrahamuti kenne. Tanaafi eegi torbaani toko Abrahamuuni Isaaqo qabanqaba qabe; Isaaqoni Yakobo qabanqaba qabe, Yakoboleeni ilmaani isaa kud'ani lamaani qabanqaba qabe, ta gochiti teenna iraa horte. Gade chapit la |