Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 6:13 - KITAABA WAAQA

13 Nama d'ara dubbatu barbaadani waan jed'aniini, namichi kunini dubbi hamtu Mana Waaqa qulqullo kanaafi waan Seera Musale dubbachu illakimne jed'a.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 6:13
11 Referans Kwoze  

Tanaafi jara toko gumbeesani waan jed'aniini, Nu namicha kana ka Musafi Waaqa arabsu, d'ageenne jed'a namati odeesa.


D'iiro, gosa Israeli, nu qarqaara! Namichi kunini sunuma, ka nama ch'ufa fulla ch'ufati barsiisu, aka gosafi Seerafi Mana Waaqaa kana tuffatani. Ammalle nama gosa Griki Mana Waaqa kanaani d'ufe, fulla qulqullo tana t'ureese.


Pauloni ufii dubbate waan jed'e, Anini Seera tokole iyakine aada Yahuditiifi Mana Waaqatiifi hayyu Kaisari duraleti.


dira keesaa baasani, d'akhaani had'ani. Worri waan kana arge woya ufi fulla namicha kaima toko ka Saulo jed'ani naqani.


Isani waan jibbani, ta nama rifachiisa, ta fulla qulqullo ejitu, ta raagi Danielini waan isii dubbate ya argitani (nami soomu ha hubatu)


Nyaapi kiyya halkani guyya na yake, hojja ch'ufa aka na balleesu malata!


Nami ch'ubbu qabu d'araani na himate waan hamtu anini imbeenne keesa na buusa.


Nyaapa suni ka d'araani had'e na balleesuu fed'u nati illakisiini.


Worri ch'ufti malticha hama; ibida guddo bobeesani, ka nama qit'a d'aabu, haga qit'aani bukhauti intunne fakaata.


Qaalole gugurdofi kori ch'ufti dubbi d'aratiini Yeso himatani, aka ijeesani;


Wonti akanatiifi yo qaalluma garagalchani, Seerale garagalchu malani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite